
Duula Abbaa Biyyummaa Oromoon Finfinnee Irratti Qabu Haquuf Baname (Ibsa Waldaa Maccaa fi Tuulamaa) Guutuu isaa Finfinneen Tooftaa Gabroomfataaa Qullaa Dhaabe (Ibsa Qaama Cehumsa Adda Bilisummaa Oromoo) Guutuu isaa Finfinnee Oromiyaa Irraa Adda Baasuuf Tarkaanfiin Fudhatamaa Jiru Yakka Oromummaa Irratti Raawwatamaa Jiruu fi Gochaa Seeraa Alaa Ti (Ibsa Tokkummaa Humnoota Bilisummaa Oromiyaa) Guutuu isaa |
Fuula
kana irratti ibsa dhaabotni Oromoo adda addaa baasaan akka wal duraa
booda bahanitti dubbiftotaaf dhiyeessina.
Akkasumas seenaa Finfinne beektota adda addaan galmaa'an maxxansina. Ibsa dhabni Oromoo baase kan nuti hin argiin yoo jiraate nuuf ergaa. Seenaa Finfinnes barreeffamaanis ta'ee walaloon yoo qabaattan nuuf ergaa. |
Seenaa Finfinne I (Obbo Taammanaa Bitimaan) Seenaa Finfinne II (Doktar Makuriyaa Bulchaan) Wallee Finfinne Maaramee |